Haleellaa hoteelaa Kismaayyoo lubbuu namoota hedduu galaafateen booda
Haleellaa hoteela magaalaa Kismaayyuu keessa jiru irratti Al-shabaab raawwateen yoo xiqqaate lubbuun namoota 26 darbeera.