Waraanni Sudaan mormiitoota Kaartuum irratti dhukaasa bane
Waraanni Sudaan mormiitoota Kaartuum irratti erga dhukaasa bane yoo xiqqaate namootni 30 ajjeefamaniiru. Preezdaant Omaar al-Bashir Ebla keessa waraanaan aangoorra kaafamaniis Sudaan keessatti mormiin itti fufee tureera.
Jeequmsi Sudaan gatii boba'aafi daabboo sababeefachuun Mudde 2018 eegale.