Hojjettoonni warshaalee huccuu Itoophiyaa maaf xiqqoo kafalamaaf?

Ibsa waa'ee viidiyoo, Hojjettoonni warshaalee huccuu Itoophiyaa maaf xiqqoo kafalamaaf?

Hojjettoonni Itoophiyaa warshaalee huccu kaampaniiwwan faashinii gurguddoo addunyaaf meeshaalee dhiyeessan keessa hojjetan gatii baay'ee xiqqaan hojjetu jedha gabaasni.