'Abbaan koo qawwee bitee na leenjise' Ayishaa Mahaammad Gadaa

Ibsa waa'ee viidiyoo, 'Abbaan koo qawwee bitee na leenjise' Ayishaa Mahaammad Gadaa

Jeneraal Waaqoo Guutuu fi Kolonel Aliyyii Cirrii qabsaa'ota jajjabee adde Ayishaa Mahaammad Gadaan walin qabsaa'an keessaati.

Seenaa qabsoo hedduu kan dabarsan haati kun, yeroo ammaa nama isaan gargaaru hin qaban.