Ashoo Ashilaafi Obbee Obbee: Sirboota cidhaa Arsiifi Baalee

Ibsa waa'ee viidiyoo, Sirboota cidhaa Godina Baalee keessaa

Aadaa Oromoo keessa sirboonni wayita cidhaa sirbaman hedduutu jiru. Ergaa dabarsaniinis, yoomiifi eenyuun akka sirbamaniin moggaasa gara garaa qabu. Isaan kana keessaa kan Oromiyaa-Arsiifi Baaleetti beekamaa ta'e Ashoo Ashilaafi Obbee obbeedha.