Kosii pilaastikaa naannoof yaaddoo ta'an gara artii daawwatamuutti jijjiiruu.

Ibsa waa'ee viidiyoo, Kosii/balfa pilaastikaa naannoof yaaddoo ta'an gara artii daawwatamuutti jijjiiruu.

Akaakuuwwan balfa pilaastikaabakkeetti akka malee gataman sassaabuun boca gara garaa irraa hojjechuun faalama naannoollee xiqqeessaa jira.