Traampiifi Kiim wal dhabde isaanii waan hir'isan fakkaata

Ibsa waa'ee viidiyoo, Tirumpii fi Kiim wal dhabde isaa waan hir'isaan fakkaata

Dhuma ji'aa Onkololeessa Kiim Jong-un yeroo lammaffaaf Tiraamp waliin ni mari'atu. Ijji addunyaas isaan irratti xiyyeeffata.