Baalee Roobee: Maatii kanniisa waliin mana tokko qooddatan

Ibsa waa'ee viidiyoo, Kanniisa waliin mana tokko keessa

Jiruun kanniisa waliin mana tokko keessatti maal fakkaata? Waggaa 15f maatiin kun mana tokko keessa kanniisa waliin jiraataniiru.

'Dammeessee nuu kenna, ni nyaanna, ni gurguranna, ijoolleefis ni kennina,' jedhu Obbo Gosaa Taaffasaa.

Viidiyoo kana kan midhaassan Habtaamuu Xibabuu fi Yaadataa Biraanuudha.