Dubartii Miyaanmaar ishee dhumaa tumaa fuularraa qabdu

Ibsa waa'ee viidiyoo, tumaa

Waggoota kurna hedduu dura Miyaanmaar kutaa biyyaa Chiin keessatti fuularra tumachuun mallattoo bareedinaa ture.

Aadaan waggaa hedduu lakkoofsise kun amma du'aa jira.

Ijoolleen aadaa kanatti gammadaatti hin jiran, duudhaan dur durii kun badiisarra jira.