Baangilaadesh keessatti ooyiruu galaanarra bololi'u tolchan

Ibsa waa'ee viidiyoo, Ooyiruun galaanarra bololi'u, Bangladesh keessatti

Ooyiruu qonnaa galaanarra bololi'u argitanii beektuu?

Qonnaan bultoonni Baangilaadesh yeroo baayyee balaa lolaatiin miidhaman ooyruu qonnaa galaanarra bololi'u hojjechuun rakkoo balaa lolaa dandamachaa jiru.

Ooyruun qonnaa isaanii wayita galaanni guutu olka'ee galaanarra bololi'a, wayita galaanni hir'atummoo lafatti dabalamee achuma taa'a.