Deesistuu Himalaayaa ofiin deessisuu of barsiiste

Ibsa waa'ee viidiyoo, Deesistuu Himalaayaa ofiin deessisuu of barsiiste

Lakkaa'ee hin beekuu garuu daa'imman 100 ol deessiseera. Kaffaltii hin qabu. Namni tokko shayee naa kennuu danda'a kaan immoo qarshii ruppii 100. Namootni as jiran kan hojii hin qabneefi harka qalleeyyiidha, garuu hunda nan gargaara. Paakistaanitti dubratoonni deesistuu argachuu danda'an %39 qofa.