Maanguddoo ganna 96 ganda isaa diigamuu baraare

Ibsa waa'ee viidiyoo, Manguddoon ganna 96 ganda kana diigamuu baraare

Maanguddoon ganna 96 lammii Taayiwaan kun ganda isaa diigamuu baraare. Yeroo ammaa waggaatti nama miliyona tokkoo oltu daawwata.