Siidaa Mahaatma Gaandii: '...Siidaa isaa dhaabuun jibbasaa deeggaruudha...'
Bara 2016 akka dhaabameen xiqqoo turee, siidaan kun akka ka'uuf gaaffiin barsiisota yuunivarsitichaarraa dhiyaachuu eegale. Gaandiin nama jibba sanyuummma qabu ture kanaaf gootooti Afrikaa dursuu qabu jedhu.

