Haadha miiliyoonotaa Dr Abbabach Goobanaa

Ibsa waa'ee viidiyoo, Haadha miiliyoonotaa Dr Abbabach Goobanaa

Waggoota 39 dura daa'imman muraasa hongeen miidhaman gargaaruun hojii kan eegalan Dr Abbabach Goobanaa maalirra jiru? Dhaabbanni isaaniihoo haala akkamii keessatti argama? BBC'n gara dhaabbatichaatti deemuun odeeffateera.

Viidiyoon: Yaadataa Birhaanuu fi Habtaamuu Xibabuutiin