Fardi luugaama kute mana dhugaatii keessa seenera.

Ibsa waa'ee viidiyoo, Fardi luugama kute mana dhugaatii keessa seenera.

Fardi lafa dorgommii fardeeniitii miliqe mana dhugaatii naannicha jiru seeneera. Nama garuu hin miine.