Sirna awwaalchaa Injinar Simmanyaw suuraan

Torban darbe Kamisa konkolaataa isaanii keessatti du'anii kan argaman Hoji-gaggeessaan Hidhaa Haaromsa Itoophiyaa Injinar Simanyaw Baqqalaa sirni awwaalcha isaanii kaleessa raawwatameera. Sirna awwaalcha goota misoomaa kun maal akka fakkaatu suuraan daawwadhaa.

Suuraalee sirna awwaalchaa Injinar Simmanyaw
Ibsa waa'ee suuraa, Awwaalcha Injinar Simanyaw irratti namoonni hedduu gadda guddaa ibsachaa yeroo jiranitti
Sirna awwaalchaa Injinar Simmanyaw suuraan
Ibsa waa'ee suuraa, Reeffi Injinar Simmanyaw yeroo gara bakka awwaalamaniitti geeffamaa jiru
Sirna awwaala Injinar Simanyawu
Ibsa waa'ee suuraa, Sirna awwaala Injinar Simanyawu irratti namoonni yeroo gadda isaanii ibsatan
(Bitaa gara mirgaatti) Ijoollee Injinar Simanyaw lamaaniifi abbaa isaanii
Ibsa waa'ee suuraa, (Bitaa gara mirgaatti) Ijoollee Injinar Simanyaw lamaaniifi abbaa isaanii
Sirna awwaalcha Injinar Simanyaw bataskaanatti
Ibsa waa'ee suuraa, Sirna awwaalcha Injinar Simanyaw bataskaanatti
Awwaala Injinar Simanyaw irratti yeroo namoonni gadda cimaa ibstan
Ibsa waa'ee suuraa, Awwaala Injinar Simanyaw irratti yeroo namoonni gadda cimaa ibstan
Sirna awwaala Injinar Simanyawu irratti namoonni yeroo gadda isaanii ibsatan
Ibsa waa'ee suuraa, Sirna awwaala Injinar Simanyawu irratti namoonni yeroo gadda isaanii ibsatan
Sirna awwaala Injinar Simanyawuu irratti namoonni hedduun du'aatiin isaa mootummaan akka ibsuuf gaafataa turan
Ibsa waa'ee suuraa, Sirna awwaala Injinar Simanyawuu irratti namoonni hedduun du'aatiin isaa mootummaan akka ibsuuf gaafataa turan
Sirna awwaala Injinar Simanyawuu irratti namoonni baayyeen dhaadannoo qabatanii ba'aniiru
Ibsa waa'ee suuraa, Sirna awwaala Injinar Simanyawuu irratti namoonni baayyeen dhaadannoo qabatanii ba'aniiru