Qonnaan bultuu qaroo dhabeettii

Ibsa waa'ee viidiyoo, Qonnaan bultuu qaroo dhabeettii

Naannoo Adiwaatti kan jiraattu qonnaan bultuun qaroo dhabeettiin kun, jiruu mo'achuuf tattaaffii guddoo taasisti. Viidiyoo kana daawwadhaa.

Viidiyoon: Girmaay Gabruu, kan gulaale: Barihuu Lilaay