Haala halleellaa boombii Finfinneetti raawwatameen booda ture

Ibsa waa'ee viidiyoo, Gareen BBC achi tures haala dho'iinsa boombiin booda ture akkasiin waraabee jira.

Ministirri Mummee Itoophiyaa halleellaa boombii hiriira deeggarsaaf ummataan qindaa'ee irratti raawwatame ''gocha tokkummaa biyyattii miidhuuf aggaamame'' jechuun balaaleeffataniiru.

Gareen BBC achi tures haala dho'iinsa boombiin booda ture akkasiin waraabee jira.