Mummichi ministeeraa Neezarlaand buna lafatti jalaa dhangala'e hare

Ibsa waa'ee viidiyoo, Mummichi ministeeraa Neezarlaand buna lafatti jalaa dhangala'e harutti ka'e.

Mummichi ministeeraa Neezarlaand buna lafatti jalaa dhangala'e qulqulleesse. Qulqulleessitoonnis hamilee kennaniif. Harataa akkatti fayyadamus itti agarsiisan