Luba Keeniyaa 'rap' gochaa waa'ee amantii lallabuu

Ibsa waa'ee viidiyoo, Luba Keeniyaa 'rap' gochaa waa'ee amantii lallabuu

Keeniyaatti lubi mana amantaa Kaatolikii 'Sweet Paul' jedhamu gosa shubbisaa 'rap' jedhamuun waa'ee amantii lallaba.

Akka inni itti lallabu kanatti nami hedduun gammachuu hin qabu.