Tekinoolojiin ollaa saboota ganamaa bosona Amaazoon keessa jiraatan bira gaheera.
Tekinoolojiin mandara saboota ganamaa bosona Amaazoon keessa jiraatan bira gaheera. Dargaggooti gandichaa baayyeenis yeroo isaanii
bilbilaa fi miidiyaa hawaasummaarra dabarsu. Namooti tokko tokko immoo dargaggooti dhiibbaa kanaan akka
aadaa isaanii hin irraanfanne sodaachaa jiru. Miidiyaan hawaasummaa, waan gaariis isaanii fiduu danda'aa laata?