Moosuul keessatti gartuu reeffa sassaaban

Ibsa waa'ee viidiyoo, Moosuul keessatti gartuu reeffa sassaaban.

Ji'oottan sagal dura gartuun Islaamik Isteet jedhamuun beekamu, daannoo jabaa kaaba Iraaq magaalaa Moosuulitti uumetti injifatamuyyuu namootni nagaa meeqa akka ajjeefaman ammayyuu hin beekamu.

Reeffi namoota nagaafi looltoota IS dhibbaan lakkaa'aman, gartuu tola-oltootaan magaala Mosuul keessatti argamaniiru.

Gartuun kun galmee namoota du'anii kaa'uuf suura waliin ka'u.