Hawaa'iitti laavaan volkaanoo Kiliweeya konkolaataa liqimse
Volkaanoon Kiliweeya, Hawa'ii keessatti dho'e kun amma ammaatti manneen 26 barbadeessee, namootni 2000 qe'ee isaaniirraa akka baqatan dirqisiiseera.
Volkaanoo socho'aa adduunyaa keessaa, volkaanoon Kiliweeya isa tokko.