Cimina taphataa kubbaa miillaa Mohaammad Saalaa
Maxxanfame
Taphataan kun taphataa cimaa piriimerliigii Ingilizi tahuun bara kan filameera. Liverpuuliin gara xumura waancaa Shaampiyoonsi liigii Awurooppatti geessuuf galchiiwwan murteessoos lakkofsiseerra.