Meeshaa muuziqaa taphachuun beekamaa kan ta'an obbo Haayiluu Margiyaa ni beektuu?
Haayiluu Margiyaa meeshaa muuziqaa Itoophiyaa keessatti wayita taphataa turanitti, miira namoota baay'ee booji'aa turaniiru. Ammallee Ameerikaa keessatti muuziqaa taphachuusaanii hindhiifne.