Jiraattonni magaalaa Sawoo Pawuloo yeroo daandiin cucufatu helekooptera yayyadamu.

Ibsa waa'ee viidiyoo, Jiraattonni magaalaa Sawoo Pawuloo yeroo daandiin cucufatu helekooptera yayyadamu.

Sawuu Pawuloo, Biraazil keessatti namoonni kaffaluu danda'an ganama ganama yeroo daandii cufatu helekooptera fayyadamu.