Taatota ciccimoo kitaabarraa, dubartoota Afriikaa irratti bu'uureffatan
Dubartoonni Afriikaa jireenya dhugaa irratti jajjaboofi maatii isaaniif wabii kan ta'anidha. Kitaabota irratti taatota jireenya isaanii kana bu'uureffachuun hojjataman keessaa kamfaa beektu?