Hindiitti gumiin boo'ichaa bakka namoonni dhaqani bo'an jiraachuu beektu?

Ibsa waa'ee viidiyoo, Indiyaatti bakki namoonni boo'uuf walitti qabaman akka jiru beektu?

Dhiha Hindii magaalaa Suuraatitti namoonni gayeeyyiin walitti dhufuudhaan boo'uun dhiphina kan isaan dhiphisuu ofirraa baasuu. Amantaa kana saayinsiin ni deggeeraa laata?