Tiraamp fi Kiim Jongi hiriyyummaa diinummaa eegaluuf jedhu

Ibsa waa'ee viidiyoo, Tiraamp fi Kiim Jongi hiriyyummaa diinummaa eegaluuf jedhu

Pirezidantoonni Ameerikaa fi Kooriyaa Kaabaa dhimma niikuleraa irratti wal-dhabbii keessa turan Tiraamp fi Kiim amma hariiroo gaarii godhachuuf jedhu. Arrabsoo fi qoccolloon kana duraa hundi hafee jaallummaa diinummaa eegaluuf adeemaa jiru.