Maalaawiitti du'a daa'immanii amma dhalatanii gad xiqqeessuuf mala jijjirama fidan sadan baraa

Ibsa waa'ee viidiyoo, Mala sadan Maalaawiin du'a da'immanii ittiin gad xiqqeessu dandeesse baraa

Adduunyaarratti waggaa waggaan daa'imman mil 2.6 ta'an dhalatanii ji'a tokko utuu hingahin akka du'an, gabaasni UNICEF ifa godha. Irra caalaan du'a daa'imman kanneniis kan ittisamuu danda'uudha. Akkaataa Maallaawiitti lakkoobsi du'a daa'immanii gad xiqqaachaa jiru kana mee daawwadhaa.