Xiyyaarri hoteelatti geeddarame kun akkamiin as qubate?

Ibsa waa'ee viidiyoo, Xiyyaara hojiin ala ta'e gara hoteelaatti geeddarame

Xiyyaara waggota sadii dura hojiin ala ta'e gara hoteelaatti geeddarame, wayita ammaa magaalaa Buraayyuu keessatti maamiloota hedduu keessummeessaa oolu.