Dubartiin ganna 39 onnee qaamaa alatti baadhattu jalqabaa

Ibsa waa'ee viidiyoo, Dubartiin ganna 39 kun nama jalqaba onnee arkatti baadhattee deemtudha.

Selaawaan yeroo hunda borsaashee dugdatti baadhettee deemti. Yeroo takkaafillee isheerraa adda hin ba'u, onneeshee itti baadhattee waan deemtuuf. Falli kun amma wallaansa guutuu argattutti hospitaalaa baatee maatiifi firootashee waliin ta'uf akka ishee gargaare dubbatti.