Baadiyyaa Maalaawitti drooniitu lubbuu dhukkubsataa oolchaa jira

Ibsa waa'ee viidiyoo, Droonii lubbuu dhukkubsattoota oolchu

Drooniin meeshaalee dhiheessii fayyaa baachuun lubbuu namoota baadiyyaa fagoo keessa jiraatanii oolchuu ni dandeessi? Yaaliin kana dhugoomsu idla adduunyaatti yeroo jalqabaaf UNICEF fi mootummaa Maalawiin jalqabamee jira