Dubartii biyya Hindii rifeensa sirreesitu

Ibsa waa'ee viidiyoo, Dubartii Hindii rifeensa murtuu kun garaagarummaa hojii saalaa ture kan injifateedha.

Naannoo Mahaarashitraa irraa dhufte aadde Shaantaabaay Yaadaav, biyya dhiirotni qofti rifeensa sirreessuun beekaman Hindii keessatti aadaa baramaa cabsuun rifeensaa staate.

Wayita hojii kana eegalte, namoonni waa'ee ishee maal akka jedhan ishee yaachisa ture. Amma garuu namoota hedduuf kaka'umsa taate jirti.