Haqa dhabuun hiree hidhamtoota Oromoo ta'eera

Ibsa waa'ee viidiyoo, Haqa dhabuun hiree hidhamtoota Oromoo ta'eera
Maxxanfame

Obbo Baqqala Garbaa dabalatee hoggantoota paartii Kongirasii Federaalawaa Oromoo biroo sadi irratti 'dhaddacha jeeqxan' jechuun dhaddachi afraffaa mana murtii olaanaa federaalaa damee Lidataa hidhaa ji'a jahaa irratti murteesse.