Weellisaa Haacaaluu Hundeessaa wantin saba koof hojjedhe xinnoodha jedha

Ibsa waa'ee viidiyoo, Weellisaa Haacaaluu Hundeessaa wantin saba koof hojjedhe xinnoodha jedhe

'Opride Oromo Person of the year' ta'ee kan filatame Haacaaluu Hundeessaa wantin saba koof hojjedhe xinnoodha ani hanga wareegama lubbuu keennuuttin saba koof hojjedha jedhee. Pirezidantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Lammaa Magarsaa amala dhaabasaanii keessaatti umurii kootiin argee hin beekneen aantummaa ummataa nama qaban waan ta'eef filatamuu isaaniirraa mormii hin qabus jedheera.