Dubartii Wiilcheerii xiyyaara keessatti tolchuuf ifaajaa jirtu waliin wal baraa

Ibsa waa'ee viidiyoo, Haadha Wiil cheerii xiyyaara keessatti tolchuuf ifaajaa jirtu waliin wal baraa
Maxxanfame

Yeroo ammaa xiyyara irraa kan hafe maloonni geejjibaa biroon wiil cheerii qabu. Kanaaf furmaata fiduuf jecha haati tokko industiriiwwan xiyyaaraa waliin hojjechuu jirti.