Piiter Sowuuza fakiiwwan jaallatu kitaaba haarawaa 'Obaamaa: Jaalala cimaa 'An Intimate Portrait'n agarsiise.

Ibsa waa'ee viidiyoo, Piiter Sowuuza fakiiwwan jaallatu kitaaba haarawaa 'Obaamaa: An Intimate Portrait' baase.

Ogeessi suuraa Waayit hawuus keessa hojjetu Piiter Sowuuzaa turtii Obaamaa waggaa saddeetii suura miliyoonaan kaasaa ture. Miseensonni maatis akka hin birranneen of-eeggannoon kaasaa ture.