Kophee miila waliin guddatu

Ibsa waa'ee viidiyoo, Maatiin hundi kophee haaraa daa'imman isaaniif bituun itti cimuu danda'a,

Maatiin hundi kophee haaraa daa'imman isaaniif bituun itti cimuu danda'a. Dhaabbati gargaarsaa tokko waan kanaaf furmaata ta'u 'Kophee guddatu' jedhee dhiyeessuu eegaleera.