Qorattoonni Maarsiin yeroo kamiyyu caalaa gad-fageenyaan ilaaluuf jiru

Ibsa waa'ee viidiyoo, Qorattoonni Maarsiin yeroo kamiyyu caalaa gad-fageenyaan ilaaluuf jiru

Dhimmoota addunyaan bara 2018'tti saayinsii irraa eegdu keessaa tokko maarsii haalaan qorachuudha.