Maarii Olivar yeroo faaruun biyyaalessaa alaabaa Ameerikaa faarfamu ol dhaabachuu didde

Ibsa waa'ee viidiyoo, Mana barumsaa koo himachaan jiraMana barumsaa koo himachaan jira.

Maarii Olivar bulchiinsa Ameerikaa Teksaas jiraatti. Yeroo faaruun biyyaalessaa alaabaa Ameerikaa faarfamu mormii mirga lammiilee gurraacha Ameerikaaf jecha kaate ol dhabbachuu didde.

Manni barumsaa isheen keessatti barattu waan isheen kana gooteef barataan biraa waan isa ishee lole adabuu dhabnaan himachuu barbaadde.