Sochiin tiraafiika intarneetii maal fakkaata?

Ibsa waa'ee viidiyoo, Sochiin tiraafiika intarneetii maal fakkaata?

Dhaabbileen intarneetii gurguddoo kan akka 'Google', 'YouTube', Facebook' fi kan biroon akkamiin akka hojjatan yaaddanii beektuu? Viidiyoon gabaabaa kun sochii tiraafiikni isaanii maal akka fakkaatu fi gara fuulduraatti maal ta'uu akka malu ibsa.