Ilmi mootii Saawdii, Biin Saalmaan manneen sinimaaf hayyama kennan

Ibsa waa'ee viidiyoo, Biin Saalmaan manneen sinimaaf hayyama haa kennan malee qeeqxonni isaaanii waayee mirga bi

Fulbaana bara 2018 eegalee Saawdii Arabiyaa keessatti manneen Sinimaa dhorgaa jalaa bahuun hayyama hojii argatu. Murteen kun Rifoormii Biin Saalmaan biyyittii hammayyeesuuf fudhatan keessaa isa tokko.

Qeeqxonni isaa waayee mirga yaada ofii bilisaan ibsachuufi walabummaa mana murtii gaafatu.