Okkora murtee Tiraamp Yaruusalemiin booda

Ibsa waa'ee viidiyoo, Poolisoonni Israa'el gaazii imimmaanessu, rasaasa gommaa fi rasaasaa mormitoota Paalestaayin itti dhukaasan.

Tiraamp Yaruusalem Magaalaa gudditti Israa'el akka taate beekamtii erga kennaniin booda mormii cimaa Gaazaa keessatti gaggeeffame irratti lammiileen Paalestaayin 30 ol madaa'aniiru.