Lola yamaniif sababoonni gurguddoon maali?

Ibsa waa'ee viidiyoo, lolli Yaman gaaga'ama hedduu fide

Yaman Waraana waggootaaf ture, beela, qollifamuu fi hanqina tajaajila fayyaan miidhamaa jirti. Weerarri Koleeraa Addunyaa inni hamaas itti dabalameera.

Viidiyoon kun sababni waraana kana maal akka ta'e haala qabatamaa naannoo sanaa ilaalcha keessa galchuun ni ibsa.

Ragaaleen as keessatti dhiiyaatan kan argaman Dhaabbata biyyoota gamtoomaniifi dhaabbatta fannoo diimaa irraayi.