Dubartoota Paakistaan tajaajila fayyaa bu'uuraarraa fagoo jiraniif fala

Ibsa waa'ee viidiyoo, Paakistaan keessatti dubartoota tajaajila da'umsaarraa fagoo jiraniif fala
Maxxanfame

Sochiin Sahaat Kahaan guutummaa Paakistaan keessatti dubartoota tajaajila fayyaa bu'uuraarraa fagoo ta'aniif furmaata kan dhiyeessudha.