Biyya kanatti wanti salphaadha jedhee yaadu, baqataa jedhamee waamamuu qofa.

Ibsa waa'ee viidiyoo, Biyya kanatti wanti salphaadha jedhee yaadu, baqataa jedhamee waamamuu qofa dha.

Gammadoo Jamaal baqattummaan biyya itti jiraatu Noorweeyitti fiilmiiwwaniifi kiliippota sirbaa hojjachaa jira. Ogeessota akkasaa aartii Oromoo keessa jiraniifi kan eegaluuf jedhaniif ergaan qaba jedha.