''Shiroon nyaata hiyyeessaa miti'' maamiltoota manneen shiroo Finfinnee

Ibsa waa'ee viidiyoo, ''Shiroon nyaata hiyyeessaa miti'' maamiltoota manneen shiroo Finfinnee

Shiroon akka nyaata hiyyeessaatti ilaalamaa ture amma filannoo namoota hedduu ta'aa jira, hoji uumtonni hedduunis tajaajila kana keessatti heddumminaan hirmaachaa jiru.