Qaama miidhamtoonni lameen wal jaalatan gaa'ila hundeessani
Ruupaam Kumaarii fi Raajikumaar Siing qaama miidhamtoota yoo ta'an namoota amansiisanii wal fuuchuuf yeroo dheeraa itti fudhate. Haa ta'u malee gara fuulduraatti ilaalcha namoonni qaama miidhamummaa isaaniirratti qaban jijjiiruu barbaadu.