Rakkoo manneen fincaanii uummataa magaalota Jarman furuuf malli dhahame
Rakkoo mana fincaanii uummataa magaalawwan Jarman keessatti furuuf manneen daldalaa kan akka Kaaffee, manneen nyaataa fi dhugaatii; mootummaa naannoorraa kaffaltii argachuun uummataaf akka banaa godhan mala wixiname hordofuun manneen daldalaa hedduun qooda fudhachuuf fedheen galmaa'aa jiru.